Gaffilee hojii keetii fi hojii-dhabdummaa irrattiif deeggarsa tokkoon-tokkoof bilisaa sarara interneetiinyookan bilbilaan argadhu. Hojii kee itti aanu akka argattuuf yookan dandeettiwwan haaraa akka barattuuf si gargaaruu dandeenya.
Nu quunnamaa
Beellama saganteessuf si dubbisna.
Daqiiqaa 30-60 fii garee tuta wajiini walii qunnamiitu/waliagarituu.
Maaloo nuti gaaffilee waa'ee iyyatawwan hojii-dhabdummaa Qajeelcha Wabii Qacarrii (Employment Security Department) kutaa biyya Waashingtaniin duurfamanii iyyatamaniif deebii deebisuu akka hin dandeenye hubadhu.
Imeelii nuuf ergaa odeeffannoo armaan gadii itti dabalaa.
Yoo teessoo imeelii hin qabdan ta'e, maaloo lakkoofsa 206-386-4636 irratti bilbiluun beellama qabadhaa.
Odeeffanoo isin kennitan icciitii waan ta'eef hojjetoota kallatiin saganticha irratti hojjetaniin ala bahee hin qoodamu.
Sagantaan kuni Sirna Mana Kitaabaa Kiing Kaawuntii (King County Library System), Manneen Kitaabaa Sno-Isle (Sno-Isle Libraries), Sagantaa Hojiilee Seattle (Seattle Jobs Initiative), Giddu-gala Anaa Dhufuu Puget Sound (Puget Sound Welcome Back Center), Riqicha Keenya Ijaaruu (Puget Sound Welcome Back Center) fi Giddu-gala Tajaajila Hawaasa Kooriyaa (Korean Community Service Center) waliin shariika ta'uudhan kennama.